Pireezidaantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoo eebba hidha haaromsa guddicha Itoophiyaa irratti argamuutti mufachuu Keeniyaatti Ambaasaaddarri Masrii Haatem Yuusrii Hosnii dubbachuun gabaafame. Af-yaa'iin ...
Humni nagaa kabachiisaa Itoophiyaafi Masrii Somaaliyaa keessa bobba'e akka wallolan hin eeyyamnu jechuun Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud dubbatan. Hoogganaan Somaaliyaa sagantaan ...
Fulbaana 12/2018(TOI)- Ayyaada damaraa masqalaa bara 2018 dammaqinaan kabajuuf qophiin taasifamuu Bataskaana Tawaahidoo Ortodoksii Itiyoophiyaatti hojii gaggeessaan qajeelcha bulchiinsa waldaa ...
Fulbaana 15/2018(TOI)- Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad yaa’ii turban Atoomiikii addunyaa (World Atomic Week) irratti hirmaachuuf Ruusiyaa dhaquusaanii waajjirri ministira muummee ibseera.
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results